Baga nagaan dhuftan

📯Eeyyee dhiifama naaf godhi🙏🤍

😍 Humnaa ol si jaallachuu kootiif 🙏 Dhiifama naaf godhi!

nama hunda caalaa si waliin jiraachuu barbaaduu kootiif🙏 Dhiifama naaf godhi! ❤️

Nama hundarra caalchisee si filachuu kootiif 🙏 dhiifama naaf godhi

Jireenya kee keessatti bakka guddaa siif kennee waan si jaalladheef 🙏 Dhiifama naaf godhi!

Jaalalli koo waan siif hin galleef onnee koo keessaa bakka guddaa akka qabdu waan hin beekneef ykn akka waan hin beeknee waan gooteef 🙏 Dhiifama

Waan humna kootii yaaleera kana caala maal gochuun qaba akka waan badiin kiyya ta’eettin dhiifama si gaafadhe

Ergaa dabalataaf @jaalalabarnootaa join godhi akkasumas share godhi

Leave a Comment