π―Eeyyee dhiifama naaf godhiππ€
π Humnaa ol si jaallachuu kootiif π Dhiifama naaf godhi!
nama hunda caalaa si waliin jiraachuu barbaaduu kootiifπ Dhiifama naaf godhi! β€οΈ
Nama hundarra caalchisee si filachuu kootiif π dhiifama naaf godhi
Jireenya kee keessatti bakka guddaa siif kennee waan si jaalladheef π Dhiifama naaf godhi!
Jaalalli koo waan siif hin galleef onnee koo keessaa bakka guddaa akka qabdu waan hin beekneef ykn akka waan hin beeknee waan gooteef π Dhiifama
Waan humna kootii yaaleera kana caala maal gochuun qaba akka waan badiin kiyya ta’eettin dhiifama si gaafadhe
Ergaa dabalataaf @jaalalabarnootaa join godhi akkasumas share godhi
Author Archives: Nadirii Jaabir
Computer designer